Barnoota akkaataa hajji fii umraa

Barnoota akkaataa hajji fii umraa

Language: afaan oromoo
Preparation: Jamaaal Muhammad ahmad
Description:
Sagantaan kun barnoota umraa jalqabarraa kaasee hanga dhumaatti uf kessatti hammatee jira. Sagantaan kun barnoota hajji ihraamarraa kaasee hanga xumuraatti,waan hajjitti rarrau hunda uf kessatti hammatee jira.